Itti aanaan preezdaantii Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa boqatan

Finfinnee, Amajjii 3,2009(FBC) – Itti aanaan preezdaantii Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa miistar Tiyoofiil Moontichoon boqatan.

Tiyoofiil Moontichoon lammii Beeniin turan.

Koonfeedereeshinichi bara Faranjootaa 1979 biyyoota 9n hundaa’e hojii eegale. Amma biyyoonni Afrikaa 54 miseensa ta’aniiru. 

Ityoophiyaanis miseensa Koonfeedereeshinii Atleetiksii Afrikaati.


Maddi: Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa