Ramaddiin taba xumura maayessa chaampiyoons liigii Awrooppaa fi Yuurooppaa liig ifoome

Finfinnee, Bitootessa 8,2009(FBC) -Ramaddiin taba xumura maayessa chaampiyoons liigii Awrooppaa fi Yuurooppaa liig har’a ifoome.

Haaluma kanaan;

  • Atleetiikoo Maadriid - Leestar Siitii,
  • Boorsiyaa Doort Muund- Moonaakoo,
  • Baayar Muuniik – Riraal Maadriid,
  • Juuvuuntuus - Baarseloonaa waliin ramadamaniiru.

Tabni jalqabaa Ebla 3 fi 4,2009 taasifama.

Tabni deebiisaa ammoo Ebla 10 fi 11,2009 gaggeeffama.

Yuurooppaa liigiin ammoo;

Andarleekt - Maancheestar Yuunaaytid

Seeltaa Viigoo - Geenk

Aayaaks Amistardaam - Shaalk 04

Liyoon  - Beeshiikt Taash waliin ramadamaniiru.

Tabni jalqabaas Ebla 5, deebiin ammoo Ebla 12, 2009 gaggeeffama

Maddi; BBC