Priimiyar liigii Ityoophiyaa har’aatin magaalaan Adaamaa milkaa’era

Finfinnee, Ebila 11,2009(FBC) –Taboota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Bunaa ammoo sadarkaa gadaanutti makameera.

Haaluma kanaan;

Raayyaa Ittisaa 3-1 Baankii Daldalaa Ityoophiyaa (sa’aa 8:30)

Magaalaa Faasiil 0–1 Magaalaa Finfinnee(sa’aa 9:00)

Walaayittaa Diichaa 1–0 Magaalaa Hawaasaa(sa’aa 9:00)

Buna Sidaamaa 1- 0 Jimmaa Abbaa Bunaa(sa’aa 9:00)

Haaluma kanaan Jimmaa Abbaa Bunaa sadarkaa gadaanutti makameera.

Adaamaa 2-0 Iityoo Elektiriika(sa’aa 9:00)

Daddabiit 2 – 2 Magaalaa Arbaaminc(sa’aa 10:30)

Boorummoo;

Magaalaan Dirree Dawaa Q/goorgiis waliin sa’aa 10:00rratti, akkasumas Bunni Ityoophiyaa Waldiyaa waliin sa’aa 10:30rratti tabatu.