Taphoonni priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa taphatamaa oolaniiru

Finfinnee, Waxabajjii 4,2010(FBC) -Taphoonni priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’atti beellama qabatan gaggeeffamaa kan oolan yammuu ta'u, boorus itti fufuun kan geggeeffamu ta'a.

Taphoonni kanneen har'a magaalaa Finfinnee fi magaalota naannoleetti gaggeeffamaa oolaniiru.

Haaluma kanaan;
Iityoo Elektiriik 2 - 0 magaalaa Hawaasaa,
Arbaa Minc 0 - 0 Walwaaloo,
Walwaaloo 1 - 0 Dadabiit,
Bunni Sidaamaa 1 - 0 Dirree Dawaa,
Maqalee 0 - 0 Faasiil,
Q/goorgis 3 - 1 Waldiyaan

Borii;
Ittisaa fi Jimmaa Abbaa Jifaar sa’aatii 10:00,
Bunni Ityoophiyaa fi Adaamaan sa’aatii 12 irraa eegaluun isteediyamii Finfinneetti walargu.

Gareewwan priimiyar liigichaa hundi, sababa du’a leenjisaa Nigusee Dastaatin Dadabiitii fi Arbaaminciin ala, hanga yoonaa taphoota 25 taphataniiru.