Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) –Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 400 hojjetaman eebbifamaniiru. Laabraatooriin godinaanee Lixa Oromiyaa 8 irraa…
Oduu biyya keessaa Yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegale Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegaleera. Itti Gafatamaan Waajjiraa Qonna Godinicha Doktaar Abdullaahii…
Oduu biyya keessaa Utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte to’atamte Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)-Himatamtuun utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte mana jireenyaa ishee keessatti to’annoo jala oolchuu…
Oduu biyya keessaa Amb. Zhi’oo Zhiyu’aan Chaayinaan Ityoophiyatti ijaarsa bu’uuraalee misoomaa gaggeessitu akka cimsitu… Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aan Chaayinaan Ityoophiyatti ijaarsa bu’uuraalee misoomaa gaggeessitu cimsitee kan itti fuftu ta’uu…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan Madin Ityoophiyaa injifate Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 29ffaan Adaamaan Madin Ityoophiyaa 3 fi 0 injifateera. Tapha har’a Istaadiyeemuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa garaagaraatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbuu Koominshiniin Hoggansa Soda Balaa fi Ibiddaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jarman waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessan Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jarmaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessaniiru. Deeggarsichis Ityoophiyaan Eejensii Inshuraansii Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Buufanni konkolaataa Shaashamannee Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifame Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Buufanni konkolaataa Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifameera. Jilli Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinna…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni 88 Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Godina Booranaatti Pirojektoonni 88 Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaramaa turan xumuramuun tajaajilaaf banaa ta'an. Jilli Paartii Badhaadhinaa Damee…
Idil Addunyaa Waldhabdee fi jeequmsi Faransaayitti eegale hammaatee itti fufuu ibsame Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ajjeechaa Poolisiin dargaggeessa tokkorratti raawwate hordofee Walitti bu’iinsii fi jeequmsi Faransaayitti jalqabe hammaatee itti fufuu dhaga’ameera.…