Fana: At a Speed of Life!

Duulli Twiitara Gamtaan Ityoophiyaaf jedhu gaggeefame

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffameerratti hawaasa idil addunyaaf odeeffannoo sirrii qaqqabsiisuuf kayyoo kan taasifatee duulli Twiitara Ityoophiyaa haleellarra haa baraarruu jedhuun kaleessaa gaggeeffameera.

Duulichi mata dureewwan Gamtaan Ityoophiyaaf, Tigraayiin deebisne ni ijaarraa fi nageenyi Ityoophiyaaf jedhuun kan gaggeeffame.

Duulli kun odeeffannoowwan sobaa fuula Twiitaraan tatamsaa’aan ittisuuf kan kaayyeeffatedha jedhameera.

Duulichaarratti kan hirmaatan Ityoophiyaanoota Ameerikaa fi Awrooppaa dabalatee biyyoota addunyaa garaagaraa jiraataniidha.

Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.