Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimayer Liigii Ityoophiyaan Kilaboonni Kubbaa Miilaa Magaalaa Sabbattaa fi Faasiil morkattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ityoophiyaatorbee 24ffaa har’a taphatameen Kilaboonni Kubbaa Miilaa Magaalaa Sabbattaa fi Faasiil morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha ganama har’aa sa’aatii 4:00 irraa eegalee Sabbataa fi Walqixxee gidduutti gaggeeffameen Sabbataan goolii 2 fi 1n injifateera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Faasiilis gita isaa Raayyaa Ittisaa Keessummeessuun gootii 2 fi 1n injifateera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.