Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa RIB Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Raayyaan Ittisa biyyaa keenya Itoophiyummaa keenya! dhaadannoo jedhuun hiriirri deeggarsaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Koyyee Facceetti gaggeeffameera.

Hiriira deeggarsaa kana irratti jiraattonni Bulchiinsa magaalaa shaggar kutaalee magaalaa 12 irraa walitti bobba’an argamaniru.

Hirmaattonni kunneen dhaadannowwan garaagaraa dhageessisuun aantummaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban agarsiisaniiru.

Jaalallii Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.