Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee magaalichaa waliin addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaabaniiru.

Sagantaan dhaabbii biqiltuu kun Masqal Addabaabaayidhaa hanga  Mana Qopheessaatti proojektii daandii mootar malee fi lafa deemtootaa midhaaksuurratti argamuu addabaabaayii Ityoo –Kuubaarrattidha.

Miidhagina maagilchaa fi sochiif daandii mijataa ta’ee kanarratti hojiin miidhaksuu hojjetamaa jiraachuu himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.