Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Moolidaa 1496ffaa geessanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Moolidaa 1496ffaa geessanii dabarsaniiru.

Aadde Adaanach erga fuula Feesbuukii isaaniin dabarsaniin, Ayyaanicha wayita kabajnu akkuma kana duraa kan rakkatan gargaaruun, kan qabnu warra hin qabneef qooduun, kan daaranitti uwwisuun, kan kufan kaasuun, kan dhukkubsatan zayyaruun, nagayaa dachee keenyaatiif du’aa gochaa akka ta’un hawwa jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.