Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee giddugala gabaa kuduraa fi muduraa baasii Birrii biiliyoona 1n ijaaramaa jiru daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee giddugala gabaa kuduraa fi muduraa baasii Birrii biiliyoona 1n ijaaramaa jiru daawwatan.

Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee giddugala gabaa kuduraa fi muduraa Kutaa Magaalaa Nifaas Silki Laaftootti baasii Birrii biiliyoona 1n ijaaramaa jiru daawwataniiru.

Aadde Adaanach giddugalichi marsaa lamaan adda ba’ee ijaaramaa akka jiru ibsaniiru.

Marsaa jalqabaan kan ijaaramu sheedoota iddoo itti wal irraa bitan yoo ta’u, 70% ol xumuramuu eeraniiru.

Marsaa jalqabaan kan ijaaraman sheedoota 14 keessaa dunkaana iddoo walbichisiisaa 588 akka qabu kaasaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.