Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Maareeshoo waliin marii’atan

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Aadde Adaanach Abeebee Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Maareeshoo waliin marii’atan.
Itti Aantuu Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Maareeshoo waliin marii’ataniiru.
Aaadde Adaanach Abeebee raawwii projaktoota dhaabbilee faransaayiin Finfinneetti hojjetamaanii irratti marii’achuu himaniiru.
Dabalataanis, hariiroo biyyoota lamaanii baroota dheeraaf ture dhimmoota caalumaatti cimsuu danda’aniiratti marii’ayaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.