Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeeb hospitaala Yakkaatiit 12 daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aantuun kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen guyyaa yaadanno wareegamtootaa Gurraandhala 12 sababeeffachuun Hospitaala Yakkaatiit 12 daawwataniiru.
Tajaajila hospitaalichi kennu ammayyessuuf teeknoolojii tuxxuqaa waraqaarraa bilisa ta’ee fi neetworkii dijitaalaan hospitaalicha keessatti diriirfamee daawwataniiru.
Aadde Adaanach hoggantoota fi hojjettoota hospitaalaa Yakkatiit 12 hojii fakkenyaa qabu fi tajajilichaa shooraa isaanii ba’aan galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.