Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsaniiru.

Lammiileen Itoophiyaa hundi gareen Waaliyaa waggaa saddeetiin booda dorgommii Waancaa Afrikaatiif darbuu isaanitiin baga gammanne jedhan jedhan.

Gara fuula duraattis madda injifannoo boonsaa akka ta’an amantaa guutuun irraa qabas jedhan Aadde Adaanach fuula feesbuukii isaaniin ergaa dabarsaniin.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaan Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbuu isaa mirkaneeffateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.