Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddatan

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantootaa fi hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddataniiru.

Aadde Adaanach galgala kana hoggantootaa fi hordoftoota manneen amantaa hunda waliin ma’addii osoo hin qooddatin dura,hawaasa muslimaa waliin sagantaa Afxirii geggeessuu fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.