Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan

Finfinnee, Bitoootessa 22, 2015 ( FBC)- Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddaraa Faransaay Reemii Maariishooo waliin mari’ataniiru.

Magaalaa michuu Liyoon dabalataan akkaataa magaaloota Faraansaay biroo waliin misoomaa Turizimiirratti waloon hojjechuun danda’amuu fi dhimmoota gamlamee biroorratti mari’achuu isaanii ragaan Waajjira Kantibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.