Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari’atan.

Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari’ataniiru.

Marii kanaan ayyaanni Irreechaa, ayyaana jaalalaa, araara fi waldandetti ta’u isaa mull’isun ,shoora fakkenyumaa qabu fi haala Abotiin Gadaa murtesaniin akka kabajamu waligallera jedhan.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.