Fana: At a Speed of Life!

Aadde Caaltuu Saaniin boqachuu qabsaa’aa Oromoo jaal Galaasaa Dilbootti gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin boqachuu qabsaa’a Oromoo jaal Galaasaa Dilbootti gadda guddaa itti dhaga’ame ibsan.
Gameessa Siyaasa Oromoo fi Hayyuun keenya Jaal Galaasaa Dilboo boqochuu isaanii dhaga’uun, gaddi natti dhagaa’aame guddaadha jedhan Aadde Caaltuun.
Jaal Galaasaan, Hayyuu murannoo olanaan qabsoo hadhaawaan as gahan tahuu lafti Harargee qofti ragaa baatiifis jedhaniiru.
Maatii, firttoooattanii fi hawaasa Oromoo maraaf jajjabina hawwaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.