Fana: At a Speed of Life!

Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee bara 2021 moo’atan

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaantuun Abbaa Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee bara 2021 moo’ataniiru.
Ityoophiyaatti iddoolee namoonni walitti qabamanitti sigaaraan akka hin aarfamne qajeelfama baasuun hojiitti hiikuu fi to’achuurratti hojii hojjetaniin beekkamtiin kun laatamuufi ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaarraa argame ni agarsiisa.
Kana dura lammiileen Ityoophiyaa 4 fi dhaabbileen badhaasa kana moo’atanii turan.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.