Fana: At a Speed of Life!

Aadde Zahaaraa Humad Pirezidaantii Liigii Dubartootaa Paarti Badhaadhinaa ta’uun filaman

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaa Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaarratti filannoo Pirezidaantii fi Ittaanaa Pirezidaantii gaggeeffameen dubartoonni 744 sagalee kennaniiru.

Haaluma kanaan Aadde Zahaaraa Humad sagalee 713 argachuun Pirezidaantii Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa ta’uun filamaniiru.

Dabalataan Aadee Maskaram Abbabaa sagalee 553 fi Aadde Xaayibaa Hasan sagalee 486 argachuun ittaantota Pirezidantii Liigii Dubartootaa paartichaa ta’uun filamuu ragaan waajjira paartichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.