Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Mi’eessootti Qamadiin kilaasteraan misoome walittiqabamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa, Aanaa Mi’eessootti Qamadiin kilaastaraan misoome kombaayinaraan walittiqabamaa jiraachuu ibsame.

Aanaalee godinicha hunda keessatti lafti hektaarri kumni 30 fi 340 Qamadii Kilaasteraan misoomuu eeraniiru.

Callaa kuntaalli miiliyoonni 1.1 ol ni eegama jedhan.

Jiddugaleessaan hektaraa tokkorraa callaan kuntaalli 38 hanga 63 kan argamu ta’uu eeruu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.