Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Wambarmaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Godina Goojjam Lixaa Aanaa Wambarmaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.

Konkolaataan fe’umsaa Siinootiraakii jedhamu kufee garagaruun nammoonni konkolaatichaan imalaa 5 du’uu isaanii Qajeelchi Poolisii godinichaa beeksiseera.

Namoota 2 irra miidhaa salphaan ga’uu Itti gaafatamaan kutaa Ittisa Yakka hawaasaa Komaandar Abbabaa Axiqoo Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif ibsaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.