Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Alangee Federaalaa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaaf oolan laate

Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee Federaalaa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaaf oolan laate.
 
Deeggarsi taasises haguuggii afaanii fi funyaanii kuma 21, meeshaalee biifaa keemikaalaa 121 fi Birrii miiliyoona 3.
 
Deeggarsichi kan laatame poolisii federaalaa, poolisii Finfinnee fi bulchiinsa manneen sirreessaa federaalatiifi.
 
Birrii miiliyoona 3 ammoo koree biyyoolessaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’ef laatera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Laykuun Alamtu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.