Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse

Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse.
 
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kaleessa Bitootessa 16,2012 himanni isaanii kan adda citeefin dabalata, yakkoota addaddaatin himannaan irratti banamee dhimmi isaanii mana murtiitin ilaallamaa kan ture namoota 39f himanni isaanii akka adda cituuf murtaa’era.
 
Waliigalaan namoonni 4084 dhiifamaan akka ba’anii fi himanni isaanii akka adda cituuf taasifamuu abbaan alangichaa beeksiseera.
 
Guyyaa har’aa himanni kan adda citeef;
1. Obbo Abbaas Alii
2. Obbo Abduu Ahimad
3. Obbo Mahaammad Kaliil
4. Obbo Sa’iid Hasan
5. Obbo Ibraahiim Alii Mahaammad
6. Obbo Kamaal Yasuuf
7. Obbo Adam Amiinoo
8. Obbo Ahimad Abduu
9. Obbo Umar Huseen
10. Obbo Mahaammad Arab
11. Obbo Saa’ilee Hashiim Hasan
12. S/o Abdoo Umar
13. Obbo Muusaa Umar Illee
14. Obbo Mahaammad Hasan Alii
15. Obbo Abdoo Ibraahiim Adam
16. Obbo Yasuuf Sayid Mahaammad
17. Obbo Mahaammad Sayid Abbaagiddoo
18. Obbo Hamduu Akuusaa Ilii
19. Obbo Asaffaa Abrahaam Horaatoo
20. Obbo Bazzaabbih Baraasaa Yoo’uraa
21. Obbo Indashaaw Kabbadaa Dhaabaa
22. Obbo Amaara Leegaamoo Gaaraalee
23. Obbo Sisaay Taammanaa Gijjaam
24. Obbo Maarqoos Godaanaa Gobaaroo
25. Obbo Mindaayee/Tewoodroos/Tasfaayee Riibbisoo
26. Obbo Toofiiq Alii Kadir
27. Obbo Eefreem Garramaw Gashumee
28. Obbo Salamoon Sooddoo Gujjaa
29. Obbo Amdabirihaan Adam Gabree
30. Obbo Yooseef Biraanuu Dabbakoo
31. Obbo Zarihuun Daannolee Baalaangoo
32. Obbo Yidras Yataraa Hashaashoo
33. Obbo Baxxisoo Baabbisoo Baanqursoo
34. Obbo Tashaalaa Fandagaa Gaaroo
35. Obbo Barnaabaas Roomaa Gosoomaa
36. Obbo Barakat Bafiqaaduu Addeellaa
37. Obbo Alamuu Gabbisoo Galaanoo
38. Obbo Haabtee Daawiit Qashaa
39. Obbo Nagaash Gazzaahany Uggaammoo
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.