Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitaa Daandiwwan Magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 darban ijaarsaa fi suphaa daandii kiilo meetira 435 raawwachuu beeksise

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Daandiwwan Magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 darban ijaarsaa fi suphaa daandii kiilo meetira 435 raawwachuu beeksise.
Abbaan Taayitaa daandiiwwan magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 darban ijaarsaa fi suphaa daandii kiilo meetira 435 raawwachuusaa beeksiseera.
Abbaan Taayitichaa kurmaana 2ffaa kanatti suphaa fi ijaarsa daandii kiilo meetira 492 hojjechuuf karoorfateen kiilo meetira 435 raawwachuu ibseera.
Kunis waan karoorfamerraa %88 rawwachuusaa Abbaan Taayitichaa himeera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.