Fana: At a Speed of Life!

Abbaan warraa fi haati warraa waggaa 65 waliin jiraatan guyyaa tokkotti lubbuun isaani darbe

Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Abbaan warraa fi haati warraa waggaa 65 waliin jiraatan guyyaa tokkootti garagaarummaa sa’aatiin lubbuun isaani darbe.

Abbaa warraa fi haati warraa waggaa 65 waliin jiraatan guyyaa tokkoo garagaarummaa sa’aatiin lubbuun isaani darbuun ijoo dubbi ta’e.

Abbaa warraa fi haati warraa umurii waggaa 86 fi 83 waggaa jaatamii shaniif gaa’ilaan waliin turaaniiru.

Kanumaan otuu jiraatanii Abbaa warraa fi haati warraa kun dhukkubsachuun hoospitaala galuun  kutaa yaalaa tokko keessatti harka wal qabachuun wal cimaa ciisaa turan.

Turtii yeroodhaan booda garagaruummaa sa’aati tokko gidduutti lubbuun isaani darbeera.

Maddi: Meetroo

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.