Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan

Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan.

Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa fuula Feesbuukiin isaaniin akka ibsanitti abbootiin amantaa guyyaa boruu irraa eegaluun guyyoota 30f kan turu sooma labsuu beeksisaniiru.

Abbootiin amantaa qormaata yeroo ammaa kana addunyaa mudate kana keessa darbuuf, ummanni hunduu sooma, sagadaa fi qalbii jijjiirachuun waaqa kadhachuu akka qaban dhaamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.