Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin amantaa Yaa’ii dhaabbilee Amantaa Finfinneerraa walitti babba’an biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Abbootiin amantaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Finfinneerraa walitti babba’an giddugala biqiltootaa Gullalleetti biqiltuu dhaabaniiru.
Saganticharratti hoggantoonni mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Abbootiin amantaa manneen amantaa garaagaraarraa walitti babba’an argamaniiru.
Dhaabbileen amantaa kunneen hordoftoota amantaalee qindeessuun sagantaa ashaaraa magariisaa keessatti haalaan akka hirmaatan tattaaffii olaanaa taasiisuu akka qaban ibsameera.
Qindeessummaa Yaa’ii Dhaabbilee amantaa magaalaa Finfinneen biqiltuu miiliyoona 1 ol dhaabuuf guyyaa har’aa duullii dhaabbii biqiltuu ifatti eegalameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.