Fana: At a Speed of Life!

Abdurazaak Gurnah Noobeelii bara 2021 badhaafamaan

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Barreessaan biyya Taanzaaniyaa Abdurazaak Gurnah damee ogbarruutiin Noobeelii bara 2021 badhaafamuu ibsameera.

Gurnahaan barreeffamasaa dhiibbaa sirni kolonummaa Ardii Afriikaatti fidee fi godaansi miidhaa inni geessiserratti barreeffama barreesseen badhaasa kana argataniiru.

Hayyuun kun asoosamoota 10 fi hololoowwan hedduu barreessaniiru.

Proofeesar Abdurazaak Gurnah yuunvarsiitiiwwan biyya Ingiliiz Kentii fi Canterburyitti barsiisaa turaniiru jedhamaan.

Madddi:- BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.