Fana: At a Speed of Life!

ABO dabalatee paartileen siyaasaa jaha mallattoo filataan akka jijjiiran gaafataman

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – ABO dabalatee paartileen siyaasaa jaha mallattoo filataan akka jijjiiran Boordiin Filannoo Biyyaalessaa hubachiiseera.
Boordichi bu’uuruma gabatee yeroo baaseen filannaan mallattoo filannoo paartiilee gaggeeffamaa kan yoo ta’u, hanga ammaatti paartiileen 45 ta’an mallattoo isaanii galchaaniiru.
Kanneen keessaa paartiileen jaha mallattoo filatan sababa garagaraan jijjiiranii akka dhiyeessaan waamichi ta’eeraafi.
Paartileen kunneenis, Adda Bilisa Baasaa Oromoo, Paartii Demokiraatawaa Gaamoo, Sochii Humna Demokiraatawaa Amaaraa, Haqa Hawaasummaa Lammiilee Ityoophiyaa, Paartii Demokiraatawaa Somaalee Lixaa, Sochii Demokiraatawaa Saba Argoobbaa fa’i.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.