Fana: At a Speed of Life!

Adda waraanaa Maayitsabrii Cinaa fi Caanqii kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffame

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Maayitsabrii Caanaa fi Ceenqi kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffamuu hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa addichaa ibasniiru.

Gareen shoroorkeessaa ABUT naannichaa galee haleellaa qindoomina raayyaa ittisa biyyaa fudhateen barbada’uudha kan ibsame.

Garicharratti kisaaraa guddaa namoomaa fi meeshaalee akka isa mudaatee beekameera.

Yeroo amma kan kan diigamee garee diinaa kun hojii adamsuu hojjetamaa jiraachuu hoggantoonni kunneen ibsu TOI kan gabaase.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.