Fana: At a Speed of Life!

Adda waraanaa Wallootti hidhattoonni garee ABUTbarbadeeffamuu fi harka laachaa jiru-Ajajoota adda warichaa

Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Adda waraanaa Wallootti hidhattoonni garee ABUT barbadeeffamaa jiraachuu fi harka laachaa jiraachuu Ajajoonni Adda Waaranichaa himaniiru.

Adda waraanichatti meeshaalee diinaa fi hidhattoonni harka laachaa jiraachuu fi barabadeeffamuun kisaaraa irra gahaa jiraachuu ibsaniiru.

Ajajaan kutaa waraanaa 13ffaa, adda waraanichaatti hidhattoonni garichaa hedduun barbadeeffamaa jiraachuu, harka laachaa jiraachuu himaniiru.

Gareen kun Walloo Kaabaatti uummatarratti haleella cimaa raawwachaa jiraachuu ibsun, raayyaa itti biyyaa humnoota nageenyaa barbadeeffamaa jira jedhaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.