Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 18 darbe

Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 18 darbu ibsame.

Addunyaarratti haala olaanaa tamsa’inni isaa dabalaa kan jiru vaayrasichi hanga ammatti namoonni miiliyoonni 18 ol vaayrasichaan qabamaniiru.

Kanneen keessaayis namoonni 689,978 vaayrasichaan lubbuu isaanii dhabaniiru.

Namoonni miiliyoonni 11.3 ol ta’aan ammoo warreen dandamataniidha.

Maddi:-Worldometer

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.