Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii miiliyoona 2 caale

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Addunyaarratti namoota vaayarsii koroonaan qabaman miiliyoona 95 fi kuma dhibba 4 fi kuma 94 fi 97 keessaa lubbuun namoota miiliyoona 2 fi kuma 39 fi 918 darbeera.
Akka ragaan ‘Worlidoomeetirs’ irraa argame muul’isutti hanga ammaatti namoonni miiliyoonni 68 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 9 fi 787 dandamataniiru.
Namoonni miiliyoonni 25 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 44 fi 392 ammoo yaalarratti argamu.
Namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 13 fi 153 wallaansa cimaa keessatti argamu.
Ameerikaatti qofa namoota miiliyoona 24 fi kuma dhibba 4 fi kuma 82 fi 50 dhibichaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma dhibba 4 fi kuma 7 fi 202 darbeera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.