Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe

Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe.

Sadarkaa Idil Addunyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe.

Namoonni miiliyoona tokkotti hiiqan vaayrasichaan lubbuun darbaniiru.

Ragaa hanga ammatti jiruun namoonni kuma 900 fi kuma 45 fi 159 lubbuun isaani yoo darbu namoonni kuma 800 fi kuma 8 fi 302 ammoo vaayrasicharraa dandamataniiru.

Biyyoota vaayrasichi daran miidhe keessa Ameerikaan sadarkaa duraarratti yoo argamtu lamiileen ishee miiliyoona 6 fi kuma 800 fi kuma 28 vaayresichaan yoo qabaman namoonni kuma 200 il lubbuun darbaniiru.

Maddi:- Warlid O Meetri

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.