Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 6 darbe

Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 6 darbe.
 
Ragaan Yuunvarsiitii Joon Hoopkiins baase akka muul’isutti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 6 darbeera.
 
Namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 72 fi 136 lubbuu isaanii yoo dhaban, miiliyoona 2.58 ol kan ta’an ammoo dhukkuba “Covid-19” irraa dandamataniiru.
 
Weerarri vaayrasii Chaayinaadhaa ka’uun himamuuf kun, amma yaaddoo biyyoota addunyaa maraa ta’eera.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.