Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota covid-19 qabamanii miiliyoona 100 darbe

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 100 darbuu dhaga’aameera.
Vaayrasichaan lubbuun namoota miiliyoona 2 oliis darbeera.
Lammiileen ishee miiliyoonni 25 ol vaayrasiichan kan qabaman Ameerikaa dabalatee, Hindi, Raashiyaa fi Biriitaaniyaa biyyoota COVID-19 hubamaniidha.
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasiicharra dandamatanii miiliyoona 72 ol qaqqabeera.
Maddi:-Worldometer
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.