Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi sagalee kennuu halkan keessaa hanga sa’aatii 2tti dheerate

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannolee Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jirutti adeemsi sagalee kennuu halkan keessaa hanga sa’aatii 2tti kan dheerate ta’uu boordiin filannoo Biyyoolessaa beeksiseera.
Haaluma kanaan:-
1. Naannoo Harariitti buufataalee filannoo hunda
2. Naannoo Harariin alatti naannoo Harariif kan filatan
3. Naannolee Filannoo murtoon uummataa itti gaggeeffamu hunda
Kan haammatu ta’uu boordichi ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.