Fana: At a Speed of Life!

Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Raayyaa Ittisaatti makaman

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aadde Geexiituu Siisaay Raayyaa Ittisaatti makamaniiru.
Guyyaa boruu gara adda waraanaatti imala eegaluuf Raayyaa Ittisaatti makamuu isaanii dubbataniiru.
Ijoollee guddisuun kan danda’amu biyyi nagaa yoo taate qofa jedhan.
Aadde Geexiixttu kana dura miseensa raayyaa ittisaa ta’anii tajaajilaa turaniiru.
Maddi:-DhPI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.