Fana: At a Speed of Life!

Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera.

Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har’a Afrikaa Kibbaa Istaadiyeemii FNBtti gaggeeffameen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa goolii 1 fi 0n injifatameera.

Taphataan sarara fuulduraa garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Geetaanehi Kabbadaa goolii dogongoraan garee ofiirratti galcheen Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Afrikaa Kibbaa qabxii 3 guutuu argateera.

Tapha hanga ammaatti gaggeeffameen gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii isaarraa sadarkaa 3ffaarratti argama.

Tapha marsaa jalqabaa garee lamaan giddootti Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffameen gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa goolii 3 fi 1n injifatamuun kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.