Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga’umsa ga’aarra jira – Birgaadeer Jeneraal Sayid Tikkuyyee

Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) -Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga’umsa ga’aarra jiraachuu Birgaadeer Jeneraal Sayid Tikkuyyeen ibsan.

Birgaadeer Jeneraal Sayid Tikkuyyeen dhiyeessii loojestiksii adda waraanaa maayixabirii ilaalchisee ibsa laataniiru.

Ajajni Lixaa adda waraanaa maayixabiriin garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga’umsa ga’aarra jiraachuu himaniiru.
Meeshaalee waraanaa gurguddoo hanga Rasaasatti dhiyeessiin loojestiksii haala guutuu ta’een qophii ta’uu himaniiru.

Raayyaan Ittisaa, Humni Addaa naannolee fi milishaan waliin ta’uun qophii ga’aa taasiisuu dubbataniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.