Fana: At a Speed of Life!

Amb. Shifarraa Ittaanaa Hoji Raawwachiisaa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamariyaam Ittaanaa Hoji Raawwachiisaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Kaarli Iskaawu waliin mari’atan.

Mariin isaaniis deeggarsi namoomaa kaayyoo hinmalleef oolfamuun rakkoolee mudatan furuu fi kallattiilee fuulduraarratti mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Shifarraan akka jedhanitti, mootummaan qaamolee deeggarsa namoomaa kaayyoo hinmalleef olchan obsa kan hinqabneef ta’uu kaasuu ragaan Romitti Embaasii Ityoophiyaarraa argme ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.