Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Misgaanuun Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ambaasaaddar Ameerikaa Maayik Hamar waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaatti hojii raawwachiiftuun Embaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii Aan Jaakoobsanis maricharratti argamaniiru.

Marii bu’aa qabeessa hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsu taasiisuu isaanii ibsameera.

Dhimmoota waloorratti walitti dhiyeenyaan hojjechuu itti fufuuf waliigalaniiru jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.