Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Nabiil itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaatti ergamaan addaa Ambaasaaddar Nabiil Maahindiin itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa fi walitti qabaa kilaastera misoomaa biyyattii Taabaan Daang Gaay waliin mari’ataniiru.
Qaamoleen lamaan dhimmoota hariiroo waloo, haala waqtawaa naannoo Tigraay, Dhimma Hidha Haaromsaa, walitti hidhamiinsa bu’uuraalee misoomaa biyyoota lamaaniirratti waliin mari’achuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.