Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen ‘UNICEF’tti daayreektara Waajjira sagantaa deeggarsaa yeroo ariifachiisaa waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Gargaaras Daa’immanii (UNICEF)tti daayreektara Waajjira sagantaa deeggarsaa yeroo ariifachiisaa Maaniiyyuul Foopanteen waliin mari’ataniiru.
Haala waqtaawaa naannoo Tigraayii ilaalchisee marii taasiisaniiru.
Rakkoolee deeggarsa meeshaalee yaalaa fi ogeeyyii yaalaa haala furuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Naannichaatti manneen barnootaa deebisanii banuuf deeggarsa ariifachiisaa maallaqaa barbaachisurratti waliin mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.