Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Tafarii Mallas ministira dhimmoota Afrikaa Ingiliz waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Biriitaaniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarii Mallas ministira dhimmoota Afrikaa Ingiliz Jamsi Duudiriiji waliin mari’ataniiru.

Haala waqtaawaa Ityoophiyaa fi dhimmoota waloorratti yaada wal jijjiiraniiru.

Riifoormii siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jirurraattis marii taasiisaniiru.

Sadarkaa mariin sadee hidha haaromsaa irratti argamu ilaalchisee mari’achuu isaanii ibsameera.

Ambaasaaddar Tafariin deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasiifamaa jiru ilaalchisee miidiyaalee idil addunyaa naannichatti hojjetaniif ibsa taasiisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.