Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Roobart Vaan Daan waliin dhimmoota waqtaawaa irratti marii’ataniiru.
Aanga’ooni lamaan haala waqtaawaa naannoo Tigiraay, dhimma daangaa Ityoo-Sudaan fi hidha haaromsa Guddichaa irratti marii’achuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.