Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti AmbaasaaddaraTurki waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Sudaanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Turkii Irfaan Naaziir Oogluu waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Ambaasaaddaroonni biyyoota lamaanii michummaa cimaa fi hariiroo tarsiimoo ilaalchisee yaada wal jijjiiraniiru.

Ambaasaaddar Yibalxaal dhimmoota waqtaawaa, waldhabdee daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan, dhimma Hidha Haaromsaa fi haala waliigalarratti ibsa taasiisuu ragaan Sudaanitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.