Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi kenname

Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota garagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi kenname.
Ministeerri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaaw Ambaasaaddarootaa kanneeniif ibsa kannaniiru.
Ministirrin Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu haasaa taasisaniin proojaktiin Shaggar dhiheenya ifa ta’e magaalaa Finfinneef miidhagina dabaleera jedhan.
Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad kan eegalaman proojaktoota qaama “maaddii biyyaaf” ta’an galtee wal fakkaataa qaban, bareedina dabalurra darbanii carraa hojii warren uumaanii fi misooma magariisaaf ga’ee olaanaa warren qabanidha jedhan.
Proojakticha ilaalchisuun Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abiraaham Balaay, Daayreekatri olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa Injiinar Habtaamuu Taganyii fi Hogganaa Proojaktii Gorgoraa Dooktar Fisahaa Tagany ibsa kennaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.