Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota waqtaawoorratti ibsi taasifameef

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen

Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota waqtaawoorratti ibsa taasisaniiru.

Ambaasaaddar Reedwaan, dhimmoota deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay, marii hidha haaromsaa, daangaa Ityoo Sudaanii fi filaannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamurratti ibsa kan taasisaan.

Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiin wal qabsiisee raawwii fooyya’aan jiraatuus, nageenyaa naannichaa waaraan deebisuuf gufuuwwan jiraachuu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.